Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa ikona

3.0 by Ethiomapps


Nov 29, 2022

O Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti Akkan hiiku wanni ITTI na Kaase duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja'amtu biyya teenyatti yeroo ammaa ITTI jirtu kanaaf akka ummanni keenya damaqu fedheeti. aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kitaaba Muaujaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa. Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda’u irooa fayyad bajer. Dubbiin akkuma Sheek Mikaa'iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja'e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin caalu garuu Tanaafiin barbaadee Isaan gargaaruu Guddatus mukni Tokko Manan jaaruu

Fedhiin też Muslimtoon haa jeśli nowy… Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu Warra yaadaan na cinaa dhaabbattan Hunda galatoomfachuu fedha, keessaa amino akka addatti sheeka kiyya sheek Mahomet Waadoo, obbollessa kiyya Zawadzki (looshee) qabeenyaa fi yaadaan kan na Bira dhaabbataa Ture, akkasumas kitaaba kana laalanii yaada bareedaa kan Naaf Kennan, sheek MuhammadKamaal Iisaa (IFAA Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa) bilbilaan gaafii tiyya Naaf deebisaa kan turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha many kiyyaa Ni'moo Abdii tan jaalalaa fi yaada bareedaa Naaf gumaachaa turte, Hunda keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreese, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina Afaaiiiiiiiiiai agiai sai.

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja’u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad Iratti haa Jiraatu.

Jaafar Bayaan

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf can laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Tłumaczenie Wczytuję...

Dodatkowe informacje APLIKACJA

Ostatnia Wersja

Dostępne Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa aktualizacje 3.0

Przesłane przez

देवा देवकर

Wymaga Androida

Android 4.0.3+

Pokaż więcej

Co nowego w najnowszej wersji 3.0

Last updated on Nov 29, 2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Pokaż więcej

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Zrzuty ekranu

Wczytywanie komentarzy...
Języki
Subskrybuj APKPure
Bądź pierwszym, który uzyskał dostęp do wczesnego wydania, wiadomości i przewodników najlepszych gier i aplikacji na Androida.
Nie, dziękuję
Zapisać się
Subskrybowano pomyślnie!
Jesteś teraz subskrybowany do APKPure.
Subskrybuj APKPure
Bądź pierwszym, który uzyskał dostęp do wczesnego wydania, wiadomości i przewodników najlepszych gier i aplikacji na Androida.
Nie, dziękuję
Zapisać się
Powodzenie!
Jesteś teraz subskrybowany do naszego biuletynu.