Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies

درباره‌ی Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Wasasiyyaa balinaan kan offkessatti qate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati، kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa کانا Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti NA kaase، duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu، کان tuutti Ahbaasha ja'amtu biyya teenyatti yeroo ammaa itti jirtu kanaaf عکا ummanni keenya damaqu fedheeti. aqiidaa Islaamaa قهوهای مایل به زرد dhugaa عکا baratanii ifiirraa دورا dhaabbattan yaadeti، هنج dandeetti kiyyatti، به Warri beekkumsa qaban hedduun NA دورا hojjii gurguddoo hojjataa جیران ammooo گاما kitaaba Afaan keenyatti ummataaf jijjiiruu کنعان، SHEEK محمد Rashaad فی نما muraasa از Malee هین agarre. Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee، hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira، akka namni Afaan kana dubbisuu danda'a fayadameeaaa Dubbiin akkuma Sheek Mikaa'il Husseen manzuumaa isaa keessatti ja’e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin ca gar garuadeaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa

فدینی بیش از حد مسلمانان در صورت بارو… Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu، akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha، keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek محمد Wadoo، obbollessa kiyya محمد احمد (looshee) qabeenyaa fi yaadaan kan na biraedabataaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa MuhammadKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) فی SHEEK عبدالرحمان Shariif علی (Abuu Sumayyaa)، bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa کان توران SHEEK MuhamadSaanii (jawwaabaa) فی SHEEK Zabuur dhumarratti haadha مانا kiyyaa Ni'moo Abdii قهوهای مایل به زرد jaalalaa فی yaada bareedaa naaf gumaachaa turte، hunda keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse، Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru، Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba، kuni guddina Afaaaaaaaaaaa

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja’u hin qabu، kanaaf namni dogongora arge، yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Rabbiin warra haqaaf tumsu na haa godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaaa محمد irratti haa jiraatu.

جعفر بایان

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu داد. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

بارگذاری ترجمه...

اطلاعات تکمیلی برنامه

آخرین نسخه

وارد شوید undefined در undefined 3.0

بارگذاری شده توسط

देवा देवकर

نیاز به اندروید

Android 4.0.3+

نمایش بیشتر

جدیدترین چیست در نسخه‌ی 3.0

Last updated on 29/11/2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

نمایش بیشتر

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa اسکرین شات ها

در حال بارگذاری نظر...
زبان‌ها
اشتراک در APKPure
اولین کسی باشید که به نسخه اولیه، اخبار و راهنمای بهترین بازی ها و برنامه های اندروید دسترسی پیدا می کند.
نه، متشکرم
ثبت نام
با موفقیت مشترک شد!
اکنون به APKPure مشترک شده اید.
اشتراک در APKPure
اولین کسی باشید که به نسخه اولیه، اخبار و راهنمای بهترین بازی ها و برنامه های اندروید دسترسی پیدا می کند.
نه، متشکرم
ثبت نام
موفقیت!
شما الان عضو خبرنامه‌ی ما شدید.