Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa 아이콘

3.0 by Ethiomapps


Nov 29, 2022

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa 정보

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti 카바 테.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu Kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa 카나 Afaan Oromootti akkan hiiku itti가 kaase 노나 wanni, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, 칸 tuutti Ahbaasha ja'amtu biyya teenyatti yeroo ammaa itti jirtu kanaaf akka ummanni keenya damaqu fedheeti. aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kitaaba Afaan keenyatti ummataaf jieji maiya, k 지아 무라, 라마단 Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda 'irraa fayyadamee namoota biroo fayyaduduroo. Dubbiin akkuma Sheek Mikaa'iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja'e : Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu 아니스 와아 Isaanirra hin caalu garuu

Fedhiin도 Muslimtoon haa if baruu… Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 키타 바 카나 yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammad Waadoo MuhammadKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa kan turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha mana kiyyaa Ni'moo Abdii이란 아하 아 다 아아아 아아아 아아아 keessan Rabbiin 갈라 타 keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja'u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina Afaan sani agarsiisa malee xiqqeenyaa miti.

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja'u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf 카 다탄 isin gaafadha.

Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad irratti haa jiraatu.

자파르 바얀

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

번역 로드 중...

추가 앱 정보

최신 버전

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa 업데이트 요청 3.0

업로드한 사람

देवा देवकर

필요한 Android 버전

Android 4.0.3+

더 보기

최신 버전 3.0의 새로운 기능

Last updated on Nov 29, 2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

더 보기

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa 스크린 샷

댓글 로드 중 ...
언어
APKPure를 구독하십시오
최고의 Android 게임 및 앱의 초기 릴리스, 뉴스 및 가이드에 액세스하는 첫 번째 사람이 되십시오.
고맙지 만 사양 할게
가입하기
성공적으로 구독!
당신은 이제 APKPure에 가입되었습니다.
APKPure를 구독하십시오
최고의 Android 게임 및 앱의 초기 릴리스, 뉴스 및 가이드에 액세스하는 첫 번째 사람이 되십시오.
고맙지 만 사양 할게
가입하기
성공!
당신은 이제 우리의 뉴스 레터를 구독하고 있습니다.